Mana Murtii Ol Aanaa Magaalaa Adaamaa About press copyright contact us creators advertise developers terms privacy policy & safety how works test new features nfl sunday ticket © 2024 google llc. Gabaasa manneen murtii aanaa kutaawwaan magaalaa fi mana murtii olaanaa magaalaa irraa dhiyaateen galmeewwaan murtee argachuu,mana murtii aadaaf qarshii sasaabuun,qulqullina tajaajila abbaa seerummaa, galmeewwaan murtii barsiisoo ta'an miidiyaa fayyadamuun qilleensarra akka oolaan gochuun akka ciminaatti kan dhiyaataniidha.kana malees,sababa.
Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa Adama Tajaajila manneen murtii dhaqabamaa fi si’ataa gochuuf ammayyeessuun murteessadha jedhame. hooggansii fi koreen fooyya’iinsa sirna haqaa bulchiinsa magaalaa adaamaa sochii mana murtii aanaa kutaa magaalaa boolee daawwatan. Bulchiinsa magaalaa adaamaa kutaa magaalaa booleetti manneen lukkuu 1050 fi lukkuuwwanii 6300 namoota harka qalleeyyiif kennamee. Ittii aanaa hojii gageessaa fi itti gaafatamaa damee tajaajila mana qopheessaa magaalaa adaamaa obbo habtaamuu gizaaw akka jedhanitti waajjirichi hawaasaaf hubannoo dursa ittisuu kennuun ,meeshaalee balfa kaasuuf tajaajilan gumaachuun bo'oo bishaanii balfa irraa ittisuun miidhaan balaa lolaa akka hinqaqbneef xiyyeeffannoon hojjachaa jira jedhan. Ragaa sobaa fi miidhaa isaa irratti abboottii amantaa fi abbootii gadaatiin hubannoon abbaa dhimmaaf kenname. bulchinsa magaalaa adaamaa kutaa magaalaa luugoo mana murtii aanaa kutaa magaalaa.
Kutaa Magaalaa Boolee Adaamaa Posts Facebook Ittii aanaa hojii gageessaa fi itti gaafatamaa damee tajaajila mana qopheessaa magaalaa adaamaa obbo habtaamuu gizaaw akka jedhanitti waajjirichi hawaasaaf hubannoo dursa ittisuu kennuun ,meeshaalee balfa kaasuuf tajaajilan gumaachuun bo'oo bishaanii balfa irraa ittisuun miidhaan balaa lolaa akka hinqaqbneef xiyyeeffannoon hojjachaa jira jedhan. Ragaa sobaa fi miidhaa isaa irratti abboottii amantaa fi abbootii gadaatiin hubannoon abbaa dhimmaaf kenname. bulchinsa magaalaa adaamaa kutaa magaalaa luugoo mana murtii aanaa kutaa magaalaa. Magaalaa adaamaa magaalaan adaamaan magaalota naannoo oromiyaa keessaa ishee tokko kan taate magaalaa rijiooti . magaalaan adaamaa kan hunduufte bara 1908 yoo taatu kunis daandii baaburaa itiyoophiyaa jubutii hundeefamuu hordofee akka ta’e ibsama. baayyinni uummata ishii gara 100,000 kan tilmaamau yoo ta’u lafa heektaara 54 irratti hundooftee argamti. haala bulchiinsa ishee kutaa magaalaa. Itti gaafatamaan bulchiinsaa fi itti fayyadama lafaa bulchiinsa magaalaa adaamaa obbo dastaa margaa, lafti mana jireenyaa akka magaalaattiitti qonnaan bultoota 340 ta’aniif kan kenname ta’uu ibsanii haqummaa kenniinsa lafichaa eeguuf koreewwan hawaasaa keessaafi ogeeyyii adda addaa irraa walitti dhufan dhaabuun kan calalame ta’uu.

Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Qonnaan Bultootaa Waraqaa Ragaa Magaalaa adaamaa magaalaan adaamaan magaalota naannoo oromiyaa keessaa ishee tokko kan taate magaalaa rijiooti . magaalaan adaamaa kan hunduufte bara 1908 yoo taatu kunis daandii baaburaa itiyoophiyaa jubutii hundeefamuu hordofee akka ta’e ibsama. baayyinni uummata ishii gara 100,000 kan tilmaamau yoo ta’u lafa heektaara 54 irratti hundooftee argamti. haala bulchiinsa ishee kutaa magaalaa. Itti gaafatamaan bulchiinsaa fi itti fayyadama lafaa bulchiinsa magaalaa adaamaa obbo dastaa margaa, lafti mana jireenyaa akka magaalaattiitti qonnaan bultoota 340 ta’aniif kan kenname ta’uu ibsanii haqummaa kenniinsa lafichaa eeguuf koreewwan hawaasaa keessaafi ogeeyyii adda addaa irraa walitti dhufan dhaabuun kan calalame ta’uu.
Qonna Magaalaa Bishooftuu Horsiisa Loonifi Lukkuu By Oromia President