
Dhorkiin Nyaata Lukkuu Fi Bu Aalee Lukkuu Kaa Amee Ture Kaafame Hogganaan biiroo qonnaa oromiyaa, obbo abarraa warquu, dhibeen lukkuu ka’ee ture osoo miidhaa ulfaataa hinqaqqabsiisiin to’achuun akka danda’amee fi hawaasni sodaa malee lukkuu fi bu’aa lukkuu fayyadamuu akka danda’uu ibsaniiru. Finfinnee, adoolessa 20, 2014 (fbc) sababa dhibee lukkuu magaalaa bishooftuutti uumamee tureen dhorkiin nyaata lukkuu fi bu'aalee lukkuu kaa'amee ture kaafamuu biiroon qonnaa oromiyaa beeksiseera.

Dooktar Abiy Ahimad Biilgeetis Waliin Kilaastara Qamadii Fi Horsiisa Kan hafan immoo qaala’uu gatii nyaata lukkuu fi dhorkaa kaa’ameen kasaaraa keessa waan galaniif hojicha dhiisuu fi shira mootummaan yaadeera jedhan kana fashaleessuuf kan damee hojii kanaatti bobba’an hundi sadoo hojii dhaabuu akka taasisan amanuudhaan ta’uu ibsaniiru. Misoomni qonna magaalaa erga babal’achuu eegalee as jijjiramni gama dinagdeefi wabii midhaan nyaataatiin of danda’uu yeroorraa yerootti gabbataa dachaan dabalaa jira. kana milkeessuufis qorannoon qonna itoophiyaa qorannoo gara garaa gaggeessaa ture keessatti hudhaalee damichaa adda baasuun fala omishaafi omishtummaan ittiguddachuu danda’u akkam isa jedhuuf deebii kenneera. bu’uuruma. Hubannoon gama kanaan kennamaa ture bu’aa qabatamaa argamsiisuus himaniiru. abbaan adeemsichaa kun maaddii guutuu mirkaneessuuf gandoota akka shakilaafi garbiitti qaamoleen horsiisa lukkuu irratti hirmaatan guyyaatti killee kuma tokkoofi 700 gabaaf dhiheessaa akka jiran dubbataniiru. Kana malees, deeggersi ogummaa itti fufiinsaan kennamuu akka qabuu fi omishtoonni lukkuu fi bu’aalee lukkuu qindoominaan hojjechuun gabaa tasgabbaa’aa fi fayyadamummaa jiru haala mikaneessuun danda’amurratti mari’atamuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.

Pdf Bu Aalee Marii Horsiisee Bultootaa Itti Fufiinsummaa Ilaalchisee Hubannoon gama kanaan kennamaa ture bu’aa qabatamaa argamsiisuus himaniiru. abbaan adeemsichaa kun maaddii guutuu mirkaneessuuf gandoota akka shakilaafi garbiitti qaamoleen horsiisa lukkuu irratti hirmaatan guyyaatti killee kuma tokkoofi 700 gabaaf dhiheessaa akka jiran dubbataniiru. Kana malees, deeggersi ogummaa itti fufiinsaan kennamuu akka qabuu fi omishtoonni lukkuu fi bu’aalee lukkuu qindoominaan hojjechuun gabaa tasgabbaa’aa fi fayyadamummaa jiru haala mikaneessuun danda’amurratti mari’atamuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa. Oromiyaa, ado. 20 2014 (#hm) bishooftuutti dhibee lukkuu mudatee tureen uggurrii akka lukkuu fi bu’aan ishee hinsooratamne kaa’amee ture kaafameera. dhibeechi lukkuurraan miidhaa haa geessisu malee namarraan miidhaan tokkoollee utuu hinga’iin to’atameera jedhe biiroon qonnaa oromiyaa. #dhorkiin sochii geejjibaa fi namaa kaa'amee ture yeroof kan kaafame ta'uu abbaan alangaa waliigala.

Nyaata Lukkuu Qopheessuu Youtube Oromiyaa, ado. 20 2014 (#hm) bishooftuutti dhibee lukkuu mudatee tureen uggurrii akka lukkuu fi bu’aan ishee hinsooratamne kaa’amee ture kaafameera. dhibeechi lukkuurraan miidhaa haa geessisu malee namarraan miidhaan tokkoollee utuu hinga’iin to’atameera jedhe biiroon qonnaa oromiyaa. #dhorkiin sochii geejjibaa fi namaa kaa'amee ture yeroof kan kaafame ta'uu abbaan alangaa waliigala.