
Wabii Nyaataa Mirkaneessuuf Qonna Magaalaa Cimsuun Murteessaadha Mm Magaalaa adaamaatti hojilee wabii nyaataa milkeessuf hojjataman. about press copyright contact us creators advertise developers terms privacy policy. Hojiiwwan misoomaa dhangaa guutuu godina shawaa bahaa aanaa lumeetti hojjataman hoggansa paartii badhaadhinaa leenjii dandeettii raawwachiisummaa guddisu magaalaa adaamaatti fudhachaa jiraniin daawwatame.

Magaalaa Naqamteetti Sagantaan Wabii Nyaataa Fi Fooyya Insa Jireenyaa 22 likes, tiktok video from kominikeeshinii adaamaa (@kominikeeshinii.a44): “”. magaalaa adaamaatti hojilee wabii nyaataa milkeessuf hojjataman原聲 un. Adaamaa kana malees karoora akka biyyaa fi naannootti taa’an mikeessuuf hojilee hedduu fayidaa hawaasaa oolana hojjechaa jira. kanneen keessa inisheetiviiwwan qonna magaalaa, industirii godoo , nyaata barataa,manneen barnoota bu’uura boruu fi kkf hojechaa jira kananis milkaa’ina hedduu galmeessisee jira itti. Keessummoonni fooramii 2ffaa dhaabbata “un food & nutrition systems" summit 4 “ biyya keenyatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf dhufan hojilee misoomaa wabii nyaataa mirkaneessuu magaalaa adaamaatti hojjetaman daawwataniiru. Mootummaan jijjiiramaa keenya kana hundeerraa hubachuun galmoota magaalaa gurguddoo afur kaa’ee milkeessuf socho’uu irratti argama. kanneen keessaa tokko wabii nyaataa mirkaneessuudha. galma kana milkeessuf, mootummaan tarkaanfilee addaa magaalonni dilbii qaban duguuganii fayyadamuuf isaan dandeessisu bocee xiyyeeffannoo addaan hojjachaa jira.

Magaalaa Naqamteetti Sagantaan Wabii Nyaataa Fi Fooyya Insa Jireenyaa Keessummoonni fooramii 2ffaa dhaabbata “un food & nutrition systems" summit 4 “ biyya keenyatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf dhufan hojilee misoomaa wabii nyaataa mirkaneessuu magaalaa adaamaatti hojjetaman daawwataniiru. Mootummaan jijjiiramaa keenya kana hundeerraa hubachuun galmoota magaalaa gurguddoo afur kaa’ee milkeessuf socho’uu irratti argama. kanneen keessaa tokko wabii nyaataa mirkaneessuudha. galma kana milkeessuf, mootummaan tarkaanfilee addaa magaalonni dilbii qaban duguuganii fayyadamuuf isaan dandeessisu bocee xiyyeeffannoo addaan hojjachaa jira. Qonnaan bultoonni fi qooda fudhattoonni kunneen misooma jallisiitiin wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessu fi galii isaanii guddisuun ,imala hirkattummaa irraa gara omishtummaatti taasifamaa jiru milkeessuf carraawwan misoomaa jiran hunda guutumatti hojiirra oolchuun muuxannoo qooddataniin caalmaatti hojjechuun waadaa seenaniiru. Mootummaan naannoo oromiyaa galmoota seektara magaalaa gurguddoo afur kaa’ee milkeessuf socho’uu irratti argama. kanneen keessaa tokko wabii nyaataa mirkaneessuudha. galma kana milkeessuf, mootummaan tarkaanfilee addaa magaalonni dilbii qaban duguuganii fayyadamuuf isaan dandeessisu bocee xiyyeeffannoo addaan hojjachaa jira.
W Ra Carraa Hojii Uumuu Fi Wabii Nyaata Magaalaa A Gumaay Qonnaan bultoonni fi qooda fudhattoonni kunneen misooma jallisiitiin wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessu fi galii isaanii guddisuun ,imala hirkattummaa irraa gara omishtummaatti taasifamaa jiru milkeessuf carraawwan misoomaa jiran hunda guutumatti hojiirra oolchuun muuxannoo qooddataniin caalmaatti hojjechuun waadaa seenaniiru. Mootummaan naannoo oromiyaa galmoota seektara magaalaa gurguddoo afur kaa’ee milkeessuf socho’uu irratti argama. kanneen keessaa tokko wabii nyaataa mirkaneessuudha. galma kana milkeessuf, mootummaan tarkaanfilee addaa magaalonni dilbii qaban duguuganii fayyadamuuf isaan dandeessisu bocee xiyyeeffannoo addaan hojjachaa jira.
Magaalaa Adaamaatti Hiriirri Dhugaan Ni Dubbata Facebook